|
بسم الله
الرحمن الرحيم
Bantuun......salaataa qulqullmaadha
. Bantuun......Hajjii ihraammachuudha. Bantuun......Jannataa Shahaadaadha.
Bantuun......Dalagan(Hojiin)
amanamuudha.
Bantuun......Injifachu ajaja Rabbii fudhachuudha.
Bantuun......Tumsa Rabbii argachuun
obsuudha. Bantuun......barakhaa argachuun galata Rabbiif galchuudha.
Bantuun.....Jiruu aakhiraa argachuun addunyaa irraa dantaa
dhabuudha. Bantuun.....Qeebaltii Rabbii argachuun du’aa’ii
guddisuudha. Bantuun.....Qalbiin Qur’aanaa qara’anii gad
lallaaluudha. Namni yaada
haalaan ballatu yaroo isaa dalagaa xixiqqo yaaduudhaan akka hin
balleysine jacha nama yaadachisa . =Nami dhimmoota hujii gurgudda
jala butame oduu hin taanee fi jatte jatteedhaaf yaroo hin
qabu. =Jaldeessi hanguma ol bahaa deemuun eege isaa akkan mullisa
. =Gawwaan
lakkuma angoo ida'achaa deemunii qaanyi isaa saaxil baasa
deema =Kan
sareen itti dutte hundi hattu mitii |