banar.jpg
img29.gif
   

 

 
nutrisystem coupons
Oromomuslim

حكم آدب قضاء الحا جة
Yaroo mana fincaanii seenan Maal godhuu qaban?

من رجل المسلم إذا كان طريقه وخطوته على منهج الله ورسوله فحتسبه على الله فيجزىا لذالك ندخل الخلاء فل ندخل بشمال ونخرج بيميننا.

     Namni islaamaa tokko akkaataan isaa hundi yoo sunnaa (kharaa) Rabbiitii fii Ergamaa isaa qabate Rabbirratti hisaabbate galata nigalfama. tanaafuu yaroo mana fincaanii seennu miila bitaatiin seennee mirgaan bahu qabna.

19-عن انس ابن مالك رضي الله عنه قال :كان النبي صلى الله عليه وسلم إذا دخل الخلاء قال (اللهم إني اعوذ بك من الخبث والخبائث ) أخرجه السبعه.

   Anas irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e: Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.) yaroo mana fincaanii seenu kan ja’u tahe: “Yaa Rabbi Ani kormaa sheeyxaanaatii fii dhaltuu sheeyxaanaa irraahiin sitti mmaganfadha.jara torbaniituu gabaase.

     20-عن ابي هريرة رضي الله عنه قال قال صلى الله عليه وسلم اتقوا اللاعنين الذي يتخلى في طريقا لناس  و في ظلهم ) رواه مسلم

  Abii Hureeyraa irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e:Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.) nije’e:Abaarsa lama eeggadhaa! karaa namni deemuu fii gaaddisa (caayaa) jalatti fincaanuurraa (haajaa bahurra)” Muslimiituu gabaase.

- عن ابي قتادة رضي الله عنه قال :قال رسول الله صلى الله عليه وسلم  (لايمس اجدكم ذكره بيمينه وهو يبول ولا يتمسح من الخلاء بيمينه ,ولا يتنفس في الإناء ) متفق عليه ,واللفظ لمسلم .

 Abii qataadaa irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e: Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.) nije’e:Tokkoon keeysan yaroo fincaanutti jiru qola isaa harka mirgaatiin if hin qabatin, mirgaaniis ifirraa hin haqin,waan dhugu keessattiis hafuura hin baafatin!”. Bukhaarii fii Muslimiituu gabaase, Barreeffamni kan Muslimi.

- وعن عائشة رضي الله عنها  أن النبي صلى الله عليه وسلم كان إذا خرج من الغائط قال :(غفرانك).اخرجه الخمسة,وصححه أبو حاتم والحاكم.

Aa’ishaa irraa odeeyfamee (R.I.H.) nijatte: Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.) yaroo mana fincaaniitii bahu Araarama keetiin sikadhadha kan ja’u tahe” jatte.Jara shananiituu gabaase.Abuu haatimii fii Haakim sahiiha godhe.

وعن أبي هريرة رضي الله عنه قال:قال رسول الله صلي الله عليه وسلم:إستنزهو من البول فإن عامة عذاب القبر منه).رواه الدار قطني وللحاكم (أكثر عذاب القبر من البول).وهو صحيح الإسناد.

Abii Hureeyraa irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e:Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.) nije’e: Fincaan ifirraa qoorsaa (goggooysaa) irra hedduun adabni (Azaabni) qabrii isarraahi (ifirraa qoorsuu dhabuurraahi) Daara quxnii fii Haakimiitu gabaase;(irra guddaan qixaaxa qabrii fincaanirraahi).sanadni kanaatuu qaceelaadha

 


 

              Gorsa
  
Sh Amiin broo
   Sh Alii Mohammed(J)آ
   Sh Abdi Huseen
   Sh Abdurhmaan damota
    Sh Ahmed Tawhidaa
   
Sh Bashiir
    Sh Bushraa
  
Sh Abdu laxiif
  
Ustad Anaam Mahdii
  
Usatd Fu'aad (S.I)
  
 Sh Abdurahmaan (Ej.G)         

  

Akkaataa Ergamaan Rabbii Samii itti bahe

 

Sadarkaa Ji'a Sha'abaanaa

 

Akkamitti Soomana Soomana

 

Sadarkaa Soomanni qabu

 

Arraba ofii tiiffachuu

 

Simannaa Ramadaanaa

 

Maaliif if daganna.?

 

Gatiin Yaroon nama Islaamaa Qabdu

 

Dhukkuba qalbiitii fii dawaa isii

 

 

 

Barnoota Hajjii
Lakkoofsa 2
ffaa

 

Barnoota Hajjii Lakkoofsa 3ffaa

 

Sadarkaa Kurnan Zulhijaa qabu

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif
barbaachisaa
Kutaa 1 faa

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif barbaachisaa kutaa 3faa

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif barbaachisaa kutaa 5faa 

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif barbaachisaa kutaa 7faa 

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif hin barbaachifne Kutaa 2 faa

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif hin barbaachifne kuta 4faa

 

Seenaa

   Seenaa Ergamaa Rabbi
   Seenaa Sahaabaa
   إSeenaa Taabi'ii
   Seenaa Ulama'aa Oromoo
        Seenaa Ulamaa Islaamaa 

haala yeroo