banar.jpg
img29.gif
   

 

 
nutrisystem coupons
Oromomuslim

 

المسح على الخفين والصلاة فيهما؟
Kophee lamaan gubbaa haqanii itti salaatuu.

عن مغيرة بن شعبة رضي الله عنه قال:كنت مع رسول الله صلى الله عليه وسلم:فتوضأ فأهويت لأنزع خفيه,فقال:(دعهما فإني أدخلتهما طاهرتين)فمسح عليهما.متفق عليه.

 Mughiiraa ibnu shu’ubaa irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e:gaaf tokko Ergamaa Rabbii wajjiin (N.R.I.H.) imaltuu ture, ni wisseeffate, kophee isaa irraa baasuufiin gadi godhe, dhiisi qulqulleeyfadheetiin kaayadhee naan je’ee, kophee gubbaarra Haqe”. Bukhaarii fii Muslimiituu gabaase. 

وعن علي رضي الله عنه قال:جعل النبي صلى الله عليه وسلم ثلاثة أيام ولياليهن للمسافر,ويوما وليلة لمقيم,يعني في المسح على الخفين.أخرجه مسلم.-39

  Aliyyi irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e:Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.) nihayyame (kharaa godhe) nama imaltaaweef guyyaa fii halkan sadi, guyyaa fii halkan tokkoos nama ganda taa’uuf, akka kophumarra haqee salaatuun”  .Bukhaarii fii Muslimiituu Gabaase.

عن عمر رضي الله عنه موقوفاً,وأنس مرفوعاً:(ي عن النبي صلى الله عليه وسلم) إذا توضأ أحدكم ولبس خفيه فليمسح عليهما‘وليصلى  فيهماولا يخلعهما إن شاء إلا من جنابة.أخرجه الدر قطني والحاكم وصححه.

 Umar irraa odeeyfamee (R.I.H.) sahaabaarratti oolchee, Anas ammoo nabitti galchee (N.R.I.H.) imaltuu keessatti tokkoon keessan yaroo wisseeffatuu khophee isaa haa kaayatee, isii gubbaa haa haqu yoo fadhe ifirraa hin baasin isumaan haa salaatu, yoo janaabtawe malee.” Daara quxnii fii Haakimiitu gabaase, haakim sahiiha godhe

 


 

              Gorsa
  
Sh Amiin broo
   Sh Alii Mohammed(J)آ
   Sh Abdi Huseen
   Sh Abdurhmaan damota
    Sh Ahmed Tawhidaa
   
Sh Bashiir
    Sh Bushraa
  
Sh Abdu laxiif
  
Ustad Anaam Mahdii
  
Usatd Fu'aad (S.I)
  
 Sh Abdurahmaan (Ej.G)         

  

Akkaataa Ergamaan Rabbii Samii itti bahe

 

Sadarkaa Ji'a Sha'abaanaa

 

Akkamitti Soomana Soomana

 

Sadarkaa Soomanni qabu

 

Arraba ofii tiiffachuu

 

Simannaa Ramadaanaa

 

Maaliif if daganna.?

 

Gatiin Yaroon nama Islaamaa Qabdu

 

Dhukkuba qalbiitii fii dawaa isii

 

 

 

Barnoota Hajjii
Lakkoofsa 2
ffaa

 

Barnoota Hajjii Lakkoofsa 3ffaa

 

Sadarkaa Kurnan Zulhijaa qabu

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif
barbaachisaa
Kutaa 1 faa

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif barbaachisaa kutaa 3faa

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif barbaachisaa kutaa 5faa 

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif barbaachisaa kutaa 7faa 

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif hin barbaachifne Kutaa 2 faa

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif hin barbaachifne kuta 4faa

 

Seenaa

   Seenaa Ergamaa Rabbi
   Seenaa Sahaabaa
   إSeenaa Taabi'ii
   Seenaa Ulama'aa Oromoo
        Seenaa Ulamaa Islaamaa 

haala yeroo