|
1Jalqabni
maqaa Rabbii Rahmaani fii Rahiim Taheeti.
2Faarun
tan Rabbii Aalamaati.
3Kan
Rahmaanii fii Rahiim tahe
4Mootii
Guyaa Galataa (Qiyaama) kan
tahee
5Suma
qofaan gabara fii Suma qofaan gargarsifadha.
6Karaa
haqaa irratti naqaceelchi Karaa
warra ati qananiiftee
7Karaa
warra ati itti dallantee fii warra ati jalliftee kan
hin tahin.
Suuraa
itti aanu
|