banar.jpg
img29.gif
   

 

 
nutrisystem coupons
Oromomuslim

 

Akkaataa Qulqullinaa
Waa’ee Bishaanii

     1)Abii hureeyraa irraa odeeyfamee (R.I.H.)nije’e Ergamaan gooytaa (N.R.I.H.) nija’e waa’ee bishaan baharaa  “bishaan baharaa qulqulluudha (xahara) du’aan isaalleen halali (ni nyaadhama )”jara afuraniifii ibni abii sheeybaatuu gabaase.barruun ta’abii sheeybaati,ibnu khuzeeymaa fii Tirmiiziin sahiha godhan, Maalik,shaafi’ii fii Ahmadlleen odeeysan.

2)وعن ابي سعيد الخدري رضي الله عنه قال:قال رسول الله صل الله عليه وسلم:إن الماءطهور لاينجسه شيء)).أخرجه الثلاثة وصححه أحمد.

  Abii sa’iidul khudurii irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e:Ergamaan              Rabbii (N.R.I.H.) nije’e “Bishaan qulqulluudha(xahara) wanni isa najisaa hin jirtu).jara sadeeniitu gabaase,Ahmad sahiiha godhe.

4)وعن عبدالله بن عمر رضي الله عنهما قال:قال رسول الله صل الله عليه وسلم:إذا كان الماء قلتين لم يحمل الخبث)).وفي لفظ: لم ينجس أخرجه الأربعة وصححه ابن خزيمة وابن حبان والحاكم.

 Abdallaa ibnu umar irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e:Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.) nije’e: “Bishaan yoo barmiilaa (okkotee)lama tahe najisa hin baadhatu (hin najisamu)”. barruu biraatti “hin najisamu” jara afraniitu gabaase,ibnu khuzeeymaa,  

 Haakimii fii ibnu hibbaaniituu gabaase.

5)وعن أبي هريرة رضي الله عنه قال:قال رسول الله صل الله عليه وسلم:طهور إناء أحدكم إذا ولغ فيه الكلب أن يغسله سبع مرات أولاهن بالتراب)).أخرجه مسلم وفي لفظ له ((فليرقه)).وللترمذي أخراهن أو أولاهن بالتراب)).

 Abii Hureeyraa irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e:Ergamaan Rabbiia (N.R.I.H.) nije’e: “weelkaa tokkoo keessanii yoo sareen arraabde wanni qulqullaaysu yeroo torba dhiquudha tan duraa Biyyeen”. Muslimiituu gabaase. barreeffama isaa keessatti bishaan san gad haa naqu” tirmiiziif  nijira: tan duraa ykn tan boodaa biyyeen haa dhiquu”.

6)وعن إبن عمر رضي الله تعالى عنهما قال:قال رسول الله صل الله عليه وسلم:أحلت لنا ميتتان ودمان فأما الميتتان فالجراد والحوت وأما الدمان فالكبد والطحال)).أخرجه أحمد وابن ماجه وفيه ضعف.

   Ibni umar irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e:Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.) nije’e: “Waa lama ta ifiin duutee fii dhiiga lama nyaachuun kharaa(halaal) nuuf godhaman; du’oon lamaan, Awwaannisaa fii kalluuna(qurxummii) dhiigni lamaanTiruu fii rijiijjiidha”. Ahmadii fii ibnu maajahiitu gabaase.laafinsa qaba.

7)وعن ابي هريرة رضي الله عنه قال:قال رسول الله صل الله عليه وسلم:إذا وقع الذباب في شراب أحدكم فليغمسه ثم لينزعه فإن في أحد جنا حيه داء وفي الآخر شفاء)).أخرجه البخاري وابو داود وزاد:وإنه يتقي بجنا حه الذي فيه الداء.

 Abii Hureeyraa irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e: Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.) nije’e: “Tiitichi (tiitisi) dhugaatii tokkoo keeysanii keessa yoo bu’e keessa  limsiisee eeganaa haa baasu. goflaalee isaarraa tokko dhukkuba qaba kaan ammoo dawaa qaba” .Bukhaarii fii Abuu Daawuudiituu  gabaase, ni’ida’e,waan goflaa dhukkuba qabuun keeysa bu’uuf jecha.

8)وعن أبي واقد الليثي رضي الله عنه قال:قال رسول الله صل الله عليه وسلم:ما قطع من البهيمة وهي حية فهو ميت)).أخرجه أبو داود والترمذي وحسنه واللفظ له.

      Abii waaqidi Leeysii irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e:Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.)nije’e: “wanni beeyladaa osoo fayyaa qabduu irraa murame bakhtiidha hin nyaadhamtu”.

Abuu Daawudii fii Tirmiiziitu gabaase,jaba ja’een,barreefamni kaisaati

 


 

              Gorsa
  
Sh Amiin broo
   Sh Alii Mohammed(J)آ
   Sh Abdi Huseen
   Sh Abdurhmaan damota
    Sh Ahmed Tawhidaa
   
Sh Bashiir
    Sh Bushraa
  
Sh Abdu laxiif
  
Ustad Anaam Mahdii
  
Usatd Fu'aad (S.I)
  
 Sh Abdurahmaan (Ej.G)         

  

Akkaataa Ergamaan Rabbii Samii itti bahe

 

Sadarkaa Ji'a Sha'abaanaa

 

Akkamitti Soomana Soomana

 

Sadarkaa Soomanni qabu

 

Arraba ofii tiiffachuu

 

Simannaa Ramadaanaa

 

Maaliif if daganna.?

 

Gatiin Yaroon nama Islaamaa Qabdu

 

Dhukkuba qalbiitii fii dawaa isii

 

 

 

Barnoota Hajjii
Lakkoofsa 2
ffaa

 

Barnoota Hajjii Lakkoofsa 3ffaa

 

Sadarkaa Kurnan Zulhijaa qabu

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif
barbaachisaa
Kutaa 1 faa

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif barbaachisaa kutaa 3faa

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif barbaachisaa kutaa 5faa 

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif barbaachisaa kutaa 7faa 

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif hin barbaachifne Kutaa 2 faa

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif hin barbaachifne kuta 4faa

 

Seenaa

   Seenaa Ergamaa Rabbi
   Seenaa Sahaabaa
   إSeenaa Taabi'ii
   Seenaa Ulama'aa Oromoo
        Seenaa Ulamaa Islaamaa 

haala yeroo