Zakkaa

 

 

Zakaa    

Zakaan kun waajiba Rabbirraa tahe akka gabroottan isaa qaalii isaa jala deemuu fi qulqullina horii isaaniitiif akka tahuuf karaa godhe.

 Namni zakaa baasuu dide ni kafraa?

Namni zakaa baasuu dide kaafira islaamummaa irraa ni baha. Akkuma hidiisatti:

أن ابا هريرع رضي الله عنه قال لما توفي رسول الله صلى الله عليه وسلم      وكان ابو بكر رضي الله عنه  وكفر من كفر  من العرب فقال عمر رضي الله عنه   كيف تقاتل الناس  وقد قال رسول الله صلى الله عليه وسلم       (امرت ان اقاتل الناس حتى يقولوا : لا اله الا الله فمن قالها فقد عصم مني ماله ونفسه إلا بحقه  وحسابه على الله ) رواه البخاري (1399)

Abii hureyraa irraa odeeffame (R.H)ni ja’e “yeroo Ergamaan Rabbii (N.R.H)duniyaa irraa galan abuubakar aangoo yeroo arkate Araba irraa hangi kafre yeroo kafre Abii bakar lola irratti kaase waraanaan ,yeroo san Umar ibnu lkhaxxaab ni ja’een yaa Abii bakar akkamitti ummata shahada qabu kana itti duulta haala Ergamaan Rabbii (N.R.H) je’ee jiruun “ani ajajameetiin jira ilma namaatti duuluudhatti haga isaan kan haqaan gabbaramu Rabbi malee hin jiru ja’aniitti(shahadaa qabataniitti),namni isii tana ja’e dhugaa narraa if tiiyse horii isaatii fi lubbu isaa tiis yoo haqa islaaminnaan irraa qabdu tahe male(yoo inni nama ajjeese isa sun ajjeesuu,yoo inni zinaa godhe yakkuu, fi....k.k.f) tan keessa isaanii Rabbumarratti jirti (taqalbii saanii) yeroo san abii Bakar ni ja’een maqaa Rabbiitti kakadhee kaniin itti duuluufuu nama zakaa fi salaata addaan baase,zakaan haqa horii isaanii keessa juru irraahi, maqaa Rabbiitti kakadhee yoo goromtii Re’ee takka nadhoorgan tan zamana(yeroo) Ergamaa Rabbii kannaa turan sababaa saniitiif ittiin duula ja’een.

Umar ni ja’e yeroo san irraa deebi’uun kiyya sun waa hin taane hagaan akka Rabbiin qoma Abii bakar lolaaf ballisee jiraa beekutti akkasittiin aniis waan dhugaa tahuu beeke.”Hadiisa kana Bukhaariitu (1399) gabaase.

باب إثم مانع الزكاة

Dilii nama zakaa dhoorgatee

 وقول الله  تعالى (والذين يكنزون الذهب والفضة ولا ينفقونها في سبيل الله فبشرهم بعذاب أليم  يوم يحمى عليها في نار جهنم  فتكوى بها جباههم وجنوبهم وظهورهم هذا ما كنزتم لأنفسكم فذوقوا  ما كنتم تكنزون ) (التوبه 34-35)

Rabbiin oltahe ni ja’e “Isaanoowwan zahabaa fi meeta ol kaayyatanii zakka irraa hin baasne karaa Rabbii keesatti akka ibiddi isaaniif jiru itti himi guyyaa sun ….” suuraa tawbaa<34-35>

ان  هريرة رضي الله عنه يقول قال النبي صلى الله عليه وسلم       تأتي الإبل على صاحبها  على خير ما كانت إذا هو لم  يعط فيها حقها تطؤه بأخفافها وتأتي الغنم على صاحبها على خير ما كانت  إذا لم يعط فيها حقها تطؤه بأظلافها وتنطحه بقرونها )قال ( ومن حقها أن تحلب على الماء ) قال (ولايأتي أحدكم يوم القيامه بشاة يحملها على رقبته لها يعار فيقول يامحمد فأقول لا املك لك شيئاً قد بلغت ولايأتي ببعير يحمله على رقبته له رغاء فيقول يا محمد فأقول لا املك لك شيئاً قد بلغت )رواه البخاري (1402)

Abii Hureyraa irraa odeeffamee(R.H)Ergamaan Rabbii (N.R.H) nije;e “Namni Rabbiin horii kannee fi zakaa irraa hin baasin horii isaa sun guyyaa qiyaamaa ni godhaniif jawwee mataa moluu kan qarriinfoo lama qabu,sun itti fannifamee akkasitti mallaa isaa walitti qabee ani hoori

keeti ani horii kee kan olkaayyattee zakaa irraa baasuu didde suni ja’aan,Eegasii Ergamaan Rabbii ni qara’e suura Aal imraan aayata (180) “isaanoowwan horii isaanii zakaa irraa baasuudhatti dooynooman kan akkanatti isaaniif haftu hin sahinaa,ganaadha isaanitti fannifamuuf jira wanni isaan itti dooynooman…..).”

1. Meetaa fi ziqeeha( zahaba)

عن علي قال قال رسول الله  صلى الله عليه وسلم      اني قد عفوت عنكم  عن صدق الخيل والرقيق ولكن  هاتو ربع العشر من كل اربعين درهما درهما  رواه الدرمي وابن ما جة (1790)

Aliyyi irraa odeeffamee(R.H)Ergamaan Rabbii (N.R.H) ni ja’e “zakaa fardaa fi gabrootaa irra isiiniif dabreetiin jira garuu meetarraa harka tokko kurnaffa1/4/1/10 (1/40)cufa takka afurtamaa irraa meeta tokko baasaa.” Hadiisa kana Abii Daawuudii fi Ibnu Maajahiitu gabaase.

Ziqeya

Shilingii kenyaa

Doolaara

Qarshii Ethiopia

Graama       

   85 fi

sanii ol irraahi baha

fkn.

85gm yoo qabate  bikka 4 gar gar fuutee rubuu saniis bikka 10 baastee haga dhufu

kannita

Kan irraa bahu:

85* 1=

       4

     10

85*1=

     40

85

40

= 2.125gm.Z

85gm

yommuu gurguramu

Shilingii

72250ksh

hagana taha  

isa sun  bikka 4 gar gar fuutee rubuu saniis bikka 10 baastee haga dhufu

kannita

85*1

      4

     10

 

85*850ksh

      40

=72250ksh

      40

          40

=72250

     40

=1806.25ksh

85gm

yommuu gurguramu

962.20$

hagana taha

isa sun  bikka 4 gar gar fuutee rubuu saniis bikka 10 baastee haga dhufu

kannita

Doolaara-

85*1

      4

      10

11.32$*85

      40

=962.20

    40

 

=24.55

85gm

yommuu gurguramu

7225B

hagana taha

isa sun  bikka 4 gar gar fuutee rubuu saniis bikka 10 baastee haga dhufu

kannita

 

85*85B

=85* 1

         4

         10

=7225*1

       40

=7225

     40

=180.625.

 

IBSA Hadiisa kana irraa wanni argannu zaakkaan maallaqaa hagam takkaarraa akka bahu nuuf ibsa Akkasuma shilingii keeniyaa yoo tahe shalaggitti 72250ksh Haganaa fi haganaa ol  yoo qabaate irraa baafta.fakeenyaaf yoo hagas qabaatte 1806.25ksh Haganaatu irraa baha.garuu sharafa guyyaa zakaa baasuu deemanii hubachuun barbaachisaadha. Yoo maallaqa Ethiopia tti 7225B Haganaa fi haganaa ol yoo qabaatte irraa baafta.wanni irraa bahuus 180B hagana taha shalaggitti. Garuu wanni isin hubachiifnu Qixxee ziqaya (dahabaa) giraamani(85g)      guyyaa baastu san hagamitti gurguramaa laaluun dirqama.Akkuma gabatee armaan olii kanatti

Wanni nuti itti daleey neen gurgura ziqayaa ka guyyaa suniin waan teheef isin wanni laaluu qabdan guyyaa zakaa baastan gurgura ziqayaa ka guyyaa sanii laaluun dirqama.

Akkuma gabatee armaan olii fakkiidhaaf daleeyne kanatti hundinuu baafama.

Akkasuma sharxiin zakkaan itti baatu horiin ati qabdu yoonii fi amatni tokko irratti naannawe irraa baasta.fakkeenyaaf yoo qarshii 7225 argatte seennaa ji’a ramadaanaa yoo argatte eegasii horiin sun osoo huma takka irraa hin irritin dhuma sha’abaana irraa hagana 180.625.

irraa baasta jachuudha.

Aa’ishaa irraa odeeffamee ergamaan Rabbii ni ja’e “horii keessatti zakkaan hin jiru hanga amatni irratti naannawuu.”hadiisa kana ibnu maajahiitu(1782) gabaase.

Zakkaa diinaaraa

Nama tokko isaa diinaara19 qabu yoo ganni tokko irratti naannawe humaa isarratti hin jiru.
Diinaarri zakkaan kan irraa itti baafamuun eeglu 20 irraahi.suniis :
Diinaara diiddam irraa cinaa diinaara tokkootiitu baha
                                               
Akkuma gabatee asii gadii kanatti
                               

                       Diinaara

Hangana irraa

Haganaatu bahu

Diinaara    20

0.5(1)cinaa diinaara 2tokkoo)

Dinnaara  40

    1

Diinaara  60

1 12

Akkaataa kaanaan itti fufama

            Zakkaa gaalaa itti dubbanna

Jaabir ibnu Abdallaah irra odeeffamee Ergamaa Rabbii(N.R.H)ni ja’e “Awqiyaa shanii gad zakkaan irra hin jiru,gaala shanii gad zakkaan irra hin jiru,timira xaana shanii gad zakaan hin jiru” hadiisa kana musliimiitu gabaase.

Awqiyaan maali? Awqiyaan takka jachuun meeta afurtami.

Xaanni tokko suguda jahaatama.

Gabateen zakkaa gaalaatiis akkuma itti aanu kana taha.

 

        Zakaa gaalaa

   Irraa    

 

Haga

 

     Haga irraa bahu

5

  9

Re’ee takka (1)

10

 14

Re’ee lama (2)

15

 19

Re’ee sadii (3)

20

 24

Re’ee afur (4)

25

 35

Hashaa gaalaa tan haati irratti garaa qabdu(tan amata 2ffaa keessa jirtu) (1)

36

 45

Gaalaa tan haati irratti luuysistu(tan amata 3ffaa keessa jirtu) (1)

46

 60

Dhaltii gaalaa tan amata 4ffaa kessa jirtu (1)

61

 75

Dhaltii gaalaa tan amata 5ffaa keessa jirtu (1)

76

 90

Dhaltii gaalaa lama  tan tan haati irratti luuysistu (2)

91

120

Dhaltii gaalaa lama tan amata 4faa seente (2)

 Zakkaa horii (loon)

عن معاذ ابن جبل  قال بعثني  رسول الله  صلى الله عليه وسلم     الى اليمن  واأمرني ان  آخذ من البقر من كل اربعين مسنه (مادخل في الثالثة) ومن كل ثلاثين تبيعاً او تبيعة ( ومادخل في الثانية) رواه  ابن ما جة (1803)

Mu’aaz ibnu jabal irraa odeeffamee ni ja’e “Ergamaan Rabbi yamanitti na erge, akkaan cufa loon 40 irraa loon tokko kan amata lama guuttatee sadaffaaf deemu irraa fuudhu,akkasuma cufa loon 30  irraa dibicha yookiin raadaa  takka tan amata lamaffaa seente akkaan irraa fuudhu na ajaje.”Hadiisa kana Nasaa’ii fi Ahmad akkasuma ibnu maajahiitu(1803)gabaase

                 Zakaa Loonii

Irraa

 

Haga

Kan irraa bahu

30

39

Raada yookiin waatiyyoo amata takkaa

40

59

Loon tokko  kan amata lamaa

60

69

Waatiyyo lama tan amata takka guutte

70

79

Loon amata lamaatii fii waatiiyyoo amata takkaa

80

89

Raada lama tan amata lammaffaa keessa jirtu

90

99

Waatiyyoo sadii tan amata takka guutte

110

119

Raada lama tan amata lammaffaa keessa jirtuufii waatiiyyoo takka tan amata takkaa

Akkuma asii olii kantti yeroo soddom itti ida’amte maraahuu waatiyyoo amata takkaa irraa baasnaakkasuma yeroo afurtam itti id’amtees raada amata laffaa keessa jirtu irraa baasna

Zakkaa Re’e 

4-زكاة الغنم

 عن ابن عمر عن النبي  صلى الله عليه وسلم     في اربعين شاة شاة الى عشرين ومائة فإذا زادات واحدة ففيها شاتان الى مائتين فإن زادت واحدة ففيها ثلاث شياة الى ثلا ئماتة فإن زادت ففي كل مائه شاة  لايفرق بين مجتمع ولا يجمع بين متفرق حشيه الصدقة  وكل خليطين يترجعان بالسوية وليس للمصدق هرمة  ولاذات عورا ولا تيس الا ان بشاء  المتصدق   رواه ابن ماجة (1807)

Ibnu umar irraa odeeffamee ergamaa Rabbii ni ja’e “cufa re’ee 40 keessatti re’ee takkaatu jira haga isiin 120 geessutti yeroo takka itti ida’amte (121) re’ee lamaatu irraa baafama,haga 200 geessutti,yoo takka itti ida;’amte re’ee 3 tu jira haga isiin 300 geessutti,yoo sanirra ida’amte cufa re’e 100rratti re’e takkaatu jira.re’ee walitti naqatan(tanamaan walitti qaban)addaan baasuun hin ta’u akkasuma re’ee addaan baafamtee jirtullee walitti ida’uun hin ta’u yeroo zakkaan guuramu sun zakkaa sodaaf.warri waliin qabu san booda waan baasan sun wal qiixatti addan lakkaawwatan.namtichi zakkaa guru re’ee dullattii,tan xuqaa qabdu(eeybii) fi korbeessa hin fuudhu yoo iffumaaf fuudhuu fadhe malee.”hadiisa kana ibnu maajahiitu gabaase.

                Zakaa Re’ee

Irraa

irraa bahu

Hanga

 

hanga 

 

1                                  39

Humaa takka irratti hin jiru

40               -               120

Re’e takkka    (1)

121             -               200

Re’e lama        (2)

201             -               399

Re’ee sadii      (3)

400             -               499

Re’ee afur        (4)

500             -               599

Re’ee shan        (5)

Akkuma kanatti yeroo dhibbi tokko itti ida’amte re’e takkaa irraa baasaa deeman………..

 Zakkaa midhaanii 

عن ابي هريرة قال قال  صلى الله عليه وسلم     فيما سقت السماء والعيون العشر وفيما سقى بالنضع نصف العشر  رواه ابن ماجة (1816)

عن معاذ قال بعثني  رسول الله  صلى الله عليه وسلم     الى اليمن  وامر ني ان اخذمما سقت السماء وما سقى بعلا العشر وما سقى بالدوالى نصف العشر  رواه ابن ما جة (1818)

Abii hureeyraa irraa odeeffamee Ergamaa Rabbii ni ja’e “waan Roobni  samii obaase fi waan lagni obaase keessatti harka takka kurnaffaatu jira,waan itti toohanii obaasan keessatti cinaa harka takka kurnaffaatiitu jira.(1/2/1/10 )(1/20).”hadiisa kana ibnu maajahiitu gabaase.

عن معاذ ابن جبل  قال بعثني  رسول الله  صلى الله عليه وسلم     الى اليمن  واأمرني ان اخذ من البقر من كل اربعين مسنه (مادخل في الثالثة) ومن كل ثلاثين تبيعاً او تبيعة ( ومادخل في الثانية) رواه  ابن ما جة (1803)

Mu’aaz ibnu jabal irraa odeeffamee ni ja’e “Ergamaan Rabbi yamanitti na ergeeti na ajaje akkaan waan rooba samiitiin dhuge fi waan hiddaan iffiiin dhuge harka takka kurnaffaa akkaaan fuudhu, akkasuma waan mootaraan dhuge(weelkaan)cinaa harka takka kurnaffaa akkaan irraa fuudhu na ajaje,Zakkaa kudraa (waan akka tuffaah,ambaa,burtukaana,mandariina fi….kkf.)

Waan akkasii keessatti zakkaan hin jirtu yoo abbichi ifumaaf sadaqaa kannachuu fadhe malee akkuma hadiisatti dhufetti

Mu’aaz ibnu jabal irraa odeeffamee inni xalayaa barreesseeti erge ergamaa Rabbii itti waa’ee kudraa irraa gaafachuf ,yeroo san ergamaan Rabbii ni ja’een zakkaan kudraa keessatti hin jiru.”hadiisa kana tirmiiziitu gabaase.

 Zakkaan horii hamnaan(hannaan) dhufee irraa ni bahaa?

Zakkaan horii hannaan dhufe irraa hin bahu hangam fadhellee yoonii fi heedoomaatelle,maalif yoo janne Rabbiin qulqullaawaadha waan qulqulluu malee gasbroottan isaa irraa hin  qeeblu.

عن ابي المليح عن ابيه قال سمعت  رسول الله  صلى الله عليه وسلم  يقول ان الله عزوجل لايقبل صىة بغيرطهور  ولا صدق من غلول   رواه النسائي (2525)

Abil maliih abbaa isaarraa odeessee ni ja’e ergamaa Rabbii  isaa ja’uun dhagahe “Rabbiin guddaan jabaatee ol tahee salaata nama wudu’a(wussaa)hin qabneetii fi sadaqaa hattuurraa(lola keessatti boojuu dhooyfatu) hin qeebalu.”hadiisa kana Nasaa’iitu gabaase(2525) .
Maallaqa ribaa irraa zakkaan ni baatii?

Zakkaan hin qeebalamtu namticha horii ribaa dhaan walitti qabe irraa ,Rabbiin qulqullaawaa dha waan qul’qulluu malee hin qeebalu.namni waan akkasii zakka baasu ifii badeeti namallee balleessa ifii haraam nyaateeti gabroottan Rabbiillee haraam akka nyaatu tattaaffii godhaa jira.qarshii takka tan ati dhala irraa argattuutu Rabbi biratti diliin isii irra guddoodha gumnaa godhuurra

لاتقبل الصدقة من رجل استفاد مالاً من ربا (البنوك الربوية)

لان الله عزوجل لايقبل من العمل الا طيباً وهكذا الرجل الذي يحاول ان ينفق منه فهو فاسد ومفسد

وفي الحديث الذي اخرجه احمد (225\2) والدارقطني في سننه (295) وغيرهما ان النبي  صلى الله عليه وسلم     قال درهم ربايأكله الرجل يعلم اشد من ستة وثلاثين  زنية صحيح     

akkuma ergamaan Rabbii ja’etti “meeta tokko kan namtichi beeku akka dhala tahe diliin isii Rabbi biratti irra guddaadha zinaa(gumna) Yeroo soddomii fii jaha godhuurra.”hadiisa kana Ahmad(5/225)fi daaraquxniitu (290)gabaase.

Kanaafuu yeroo ammaatti wanni  deemaa jiraa duniyaarrratti ummanni islaamaa bakka heddutti mootummaan kaafiraa waan biyyoota islaamaatti roorrisaa jiruun horii isaan dhalaaf kannaniif yoo dhiisaniif horii kanaan ummata islaamaa irratti gargaarsifatanii isaan miidhan ja’anii kara biroo deemuun hin danda’amu ,takkaa baanki isaaniitii fuudhanii kan ifii itti hin fayyadamne biyyoota rakinni irra dhufeef erguu hin danda’an, maalif yoo janne haraam Rabbiin godheen nama maxxanfachuun waan hin danda’amneef .wanni nurratti jiru bakka jirruu isaaniif du’aa’ii gdhuutu nurratti jira.jibbansi isaaniif qabdan haqaan murteessuu irraa isin hin deebisin akkuma Rabbiin qur’aana keessatti ja’etti.

Zakka faayaa dubartii

عن عبد الله بن عمرو  ان امرأة اتت رسول الله ومعها ابنة لها وفي يد ابنتها مسكتان غليظتان  من ذهب فقال  لها اتعطيني زكاة ذهب ؟ قالت لا قال ايسرك ان يسروك الله بهما يوم القيامة سوارين من نار  قال فخلعتهما  فألقتهما الى النبي  صلى الله عليه وسلم     وقالت هما لله ولرسوله    رواه ابو داود (1563) صححه ابن القطان وقال المنذري اسناده لا مقال فيه  واما  حديث الترمذي التي  من رواية المثنى ابن الصباح والها  من روية  المثنىابن الصباح فهو ضعيف وثانيها من رواية  عبدالله ابن لهيعة وهو ضعيف

ايضاً واما رواية ابي داواد التي كنا في صددها فإنها من غير روايتها فهي من رواية الحسن المعلم  فهو من رجال الشيخين

Abdallah ibnu amrii irraa odeeffamee intaloon takka haala intalti  isii takkaa tan shawaaliyaan fufurdaan lama kan ziqeeha irraa tahe harka isiirra jiruun ergamaa Rabbii  ittiin  dhufte ergamaan Rabbii ni ja’een “zakkaa waan kana ni baastaa?lakkii hin baasuu jatteen.ergamaan Rabbiii ni ja’een akka Rabbiin guyyaa qiyaamaa shawaaliyaa lama kan ibiddaa sitti kaayuun si jaalachiisaa?fuuteeti ergamaa Rabbiitti kannitee kana Rabbii fi ergamaa isaatiif arjoome jatte.”hadiisa kana abii daawuud,ahmad fii nasaa’iitu gabaase.hadiisni gara tirmiiziitiin dhufe hadiisa lama ture garuu lachuutuu hin sabanne kan duraa musannaa ibnu sabbaah ja’anii isaatu odeesse inni sun da’iifa kan lammadaa abdallah ibnu luheey’aa ja’anii sunilleen da’iifa (laafaadha).tanaaf tirmiiziin hadiisni karaa kanaan dhufe hin sabanne ja’e.garuu hadiisni abii daawuud odeeyse kun bakka nama lameen kanaa nama birooti fide inniniis husseen almu’allim ja’amu kan dhiiroota muslim irraa odeessurraa kan tahe.kanaafuu inni sun jabaadha.eegaaniifi rakkinni hadiisa jara lameen tahanii namni nagayaa bakka isaanii dhufe hadsni jabaa taheeti argama.

Akkasumaa wajjiin ziqeeha graama 85gm gad zakkaan irratti hin jiru .yooniif intalti takka ziqeeha graama 80 qabaattee amatni irratti naannwe humaa takka irratti hin jiru waan graama 85 hin gahiniin.

Zakkka eenyuutu fudhata?

Namni isa kana fudhachuun malu akkuma Rabbiin qur’aan keessatti dubbatetti(zakkaan  haajamaa,miskiina,warra isi tana dalagu{namarra deemanii walitti qaban}nama yeroo gabaabaa keessa islaamawe,gabroottan,nama mugootni{liqiin} irra jiru, nama karaa Rabbii keeaassa jiruu fi nama imalarra jiruuf kannamti dirqama Rabbi tate isiin tun Rabbiin beekaadha akkasuma oggeeessa.))surtaa tawbaa(60).

Aayata asii olii kana keessatti nama mugootni irra jiru jachuun nama tokko gosti lama wal-lotee inni ifirraa jidduu seene dhiiga achitti bu’e liqii fuudhe irraa baase jara lameen mataa addan qabe.akkuma hadiisa qabiiisaa irraa odeeffametti Ergamaan Rabbii ni ja’e “kadhaan halaal hin taatu yoo nama sadihiif taate male :sadeen sanirraa tokko namticha tookko kan badii ummanni tokko dalage ifirratti fuudhe jidduu isaaniitti araara buuse.eegasii inni zakkaa fudhatuun isaaf halaali.”hadiisa kana musliimiitu gabaase.

Akkusuma kanneen biroo kan horii zakkaa nyaachuu danda’an osoo durummaa qabanii

Abii sa’iid irraa odeeffame Ergamaan Rabbii ni ja’e “sadaqaan dureessaaf halaal hin taatu yoo nama shan tahe male nama isii {zakaa} walitti qabu(gandarra daddeemee)

,nama karaa Rabbii keessati duulu,dureessa tahe kan horii zakkaa sun maallaqa isaatiin bitate, nama dhabaa tokko kan sadaqaa kannanii fi eegasii inni sun nama dureessaatiif kanne akkasuma nama mugootni irra jiru(araaraaf gosa lama jidduu seene).”hadiisa kana ibnu maajahitu gabaase.

Nama zakkaa fudhachu hin dandeenye.
Nama humna qabu kan dalagachuu danda’u
Kaafira ummata islaamaa miidhu
Aanaa ergamaa Rabbii (N.R.H)isaaniis banuu haashim, Dureessa,
Nama karaa Rabbiirra hin jirreef zakkaan ni kannamtii?
Zakkaa gaalaa itti dubbanna

Jaabir ibnu Abdallaah irra odeeffamee Ergamaa Rabbii(N.R.H)ni ja’e “Awqiyaa shanii gad zakkaan irra hin jiru(awqiyaa),gaala shanii gad zakkaan irra hin jiru,timira xaana shanii gad irra zakkaan hin jiru,.hadiisa kana musliimiitu gabaase.

Awqiyaan maali?

Awqiyaan takka jachuun meeta afurtami. Xaanni tokkos suguda jahaatama.Gabateen zakkaa gaalaa akkuma itti aanu kana tahMu’aaz irraa odeeffamee Ergamaan Rabbii (N.R.H)Yaman itti yero isa ergu ni ajaje akka cufa loon soddom irraa raada yookiin waatiyyoo amat takkaffaa guutte,cufa loon afurtamii Raada amata lamaa.hadiisa kana abii daawudii, ibnu maajah(1803) fii nasaa’ii tu gabaase.
Gabateen isaa akkuma asii gadii kana

Fakkaata.

الزكاة

فيم تجب الزكاة

1 - زكة الورق والذهب  

عن علي قال قال رسول الله  صلى الله عليه وسلم      اني قد عفوت عنكم  عن صدق الخيل والرقيق ولكن  هاتو ربع العشر من كل اربعين درهما درهما  رواه الدرمي وابن ما جة (1790) 

2-زكاة الزروع والثمار 

عن ابي هريرة قال قال  صلى الله عليه وسلم     فيما سقت السماء والعيون العشر وفيما سقى بالنضع نصف العشر  رواه ابن ماجة (1816)

عن معاذ قال بعثني  رسول الله  صلى الله عليه وسلم     الى اليمن  وامر ني ان اخذمما سقت السماء وما سقى بعلا العشر وما سقى بالدوالى نصف العشر  رواه ابن ما جة (1818) 

عن ابي سعيد قال قال رسول الله   صلى الله عليه وسلم     لاتحل الصدقة لغني الا لجمة: لعامل  عليها او لغاز في سبيل  او لغني اشتراها بماله او فقير تصدق عليه فأهدها اه او غارم  رواه ابن ماجة (1841)

وفي رواية لأبي داود (1635) عن عطاء بن يسار  اولرجل كان اه جار مسكين فتصدق على المسكين فأهداها المسكين  للغني  

الزكاة هل تحمل من بلد الى بلد ؟

 عن ابن عباس عن النبي  صلى الله عليه وسلم     بعث معاذاً الى اليمن فقال  انك تأتي  قوماًمن اهل  الكتاب فأعوهم الى شهاده  ان لااله الا الله واني رسول الله فإن هم اطاعوك فإعلمهم ان الله عز وجل  افترض عليهم خمس  صلوات في اليوم واليلة ‘فإن هم اطتعوك فاعلمهم ان الله عز وجل قد افترض عليهم صدقة في اموالهم تؤخذ من اغنيائم فتوضع في فقرائهم ......زمتفق عليه والنسائي (2523) 

الصدق من غلول 

عن ابي المليح عن ابيه قال سمعت  رسول الله  صلى الله عليه وسلم  يقول ان الله عزوجل لايقبل صىة بغيرطهور  ولا صدق من غلول   رواه النسائي (2525)

الصدقه من مال الرباء 

لاتقبل الصدقة من رجل استفاد مالاً من ربا (البنوك الربوية)

لان الله عزوجل لايقبل من العمل الا طيباً وهكذا الرجل الذي يحاول ان ينفق منه فهو فاسد ومفسد

وفي الحديث الذي اخرجه احمد (225\2) والدارقطني في سننه (295) وغيرهما ان النبي  صلى الله عليه وسلم     قال درهم ربايأكله الرجل يعلم اشد من ستة وثلاثين  زنية صحيح  

أن ابا هريرع رضي الله عنه قال لما توفي رسول الله صلى الله عليه وسلم      وكان ابو بكر رضي الله عنه  وكفر من كفر  من العرب فقال عمر رضي الله عنه   كيف تقاتل الناس  وقد قال رسول الله صلى الله عليه وسلم       (امرت ان اقاتل الناس حتى يقولوا : لا اله الا الله فمن قالها فقد عصم مني ماله ونفسه إلا بحقه  وحسابه على الله ) رواه البخاري (1399)

فقال والله لأقاتلن من فرق بين الصلاة والزكاة فإن الزكاة حق المال والله لو منعوني عناق كانوا يؤدونها إلى رسول الله صلى الله عليه وسلم   لقاتلتهم على منعها  قال عمر رضي الله عنه   فو الله ما هو إلا أن قد شرح الله صدر أبي بكر  رضي الله عنه  فعرفت أنه الحق  ) رواه البخاري (1400)

2- باب  البيعة على إتياء  الزكاة

قال جرير بن عبد الله  بايعت النبي صلى الله عليه وسلم (على إقام الصلاة وإيتاء الزكاة والنصح  لكل مسلم ) رواه البخاري (1401)

3- باب إثم مانع الزكاة 

 وقول الله  تعالى (والذين يكنزون الذهب والفضة ولا ينفقونها في سبيل الله فبشرهم بعذاب أليم  يوم يحمى عليها في نار جهنم  فتكوى بها جباههم وجنوبهم وظهورهم هذا ما كنزتم لأنفسكم فذوقوا  ما كنتم تكنزون ) (التوبه 34-35) 

 ان  هريرة رضي الله عنه يقول قال النبي صلى الله عليه وسلم       تأتي الإبل على صاحبها  على خير ما كانت إذا هو لم  يعط فيها حقها تطؤه بأخفافها وتأتي الغنم على صاحبها على خير ما كانت  إذا لم يعط فيها حقها تطؤه بأظلافها وتنطحه بقرونها )قال ( ومن حقها أن تحلب على الماء ) قال (ولايأتي أحدكم يوم القيامه بشاة يحملها على رقبته لها يعار فيقول يامحمد فأقول لا املك لك شيئاً قد بلغت ولايأتي ببعير يحمله على رقبته له رغاء فيقول يا محمد فأقول لا املك لك شيئاً قد بلغت )رواه البخاري (1402)

عن ابي هريرة رضي الله عنه قال قال رسول الله صلى الله عليه وسلم       (من اتاه الله مالا فلم يؤدي  زكاته مثل له يوم القيامة شجاعاً أقرع له زبيبتان يطوفه يوم القيامة ثم بأخذ بلهزمتيه –يعني شدقيه –ثم يقول أنا مالك أنا كنزك )ثمتلا (لايحسبن الذين يبخلون (ال عمران 180) رواه البخاري (1403) 

باب ما أدي زكانه فليس بكنز

لقول النبي صلى الله عليه وسلم       (ليس فيما دون خمسة أواق صدقة)

عن خالد بن أسلم قال خرجنا مع عبد الله بن عمر رضي الله عنهما   فقال أعربي أخبرني قول الله(والذين يكنزون الذهب والفضة ولا ينفقونها في سبيل الله) قال ابن عمر رضي الله عنهما من كنزها فلم يؤد زكاتها فويل له (إنما كان هذا قبل أن تنزل الزكاة  فلما أنزلت جعلها لله طهراً للأموال ) رواه البخاري  (1404) (والذين يكنزون الذهب والفضة ولا ينفقونها في سبيل الله(والذين يكنزون الذهب والفضة ولا ينفقونها في سبيل الله(والذين يكنزون الذهب والفضة ولا ينفقونها في سبيل الله

 

 

Copyright © 2008  oromomuslim.com All Praise is due to Allah (SWT)