 |
Baatii
irraa Guyyaa (ayyaamul biid; guyyaa 13,14,fii 15)
Abii Zarr irraa odeeffamee(R.H) ni ja’e: ergamaan Rabbi
i nu
ajaje akka nuti soommannu guyyaa Addeessaa: baatii irraa 12,13,fii 14.hadiisa kana Nasaa’ii fii
Tirmiiziitu gabaase.baatiin dhalattee guyyaa 13,13,fii 14 akkaaniifi
soommanuu.suniis namni fedhe yeroo san soommanuu danda’a yookiin kaaniis baatii
irraa guyyuma sadii yeroo fedhetti dura,jidduu akkasuma boodattiis nidanda’a.wanni
barbaadamu soommanuma. |
|