banar.jpg
img29.gif
   

 

 
nutrisystem coupons
Oromomuslim

 حكم النجس وبيان إزالتها

      Najisni maali?
akkamitti ifirraa deemsifna?

   Anas ibnu maalik irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e: Ergamaa Rabbii (N.R.I.H.) Farshoo danfitee qabbaneeysanirraa nigaafatan? nija’een “lakkii najisaa (haraamii) jechuu saati.Muslimiifii Tirmiiziitu gabaase hadiifni gaariidha jabaadha ja’een.

وعنه قال:لما كان يوم خيبر أمر رسول الله صل الله عليه وسلم أبا طلحة فنادى:أن الله ورسوله ينهيانكم عن لحوم الحمر الأهلية فإنها رجس.متفق عليه.

    Anasumarraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e: guyyaa lolli kheybaraa tahe Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.) Abaa xalhaa akka sahabatti lallabu ni’ajaje isaanii Harree manaa qalatanii affeeluuf ibidda hedduu qabsiisan arge, gaafatee itti himnaan, nije’een “Rabbii fii Ergamaan isaa isin dhoorkan Harree mana galtu nyaachuurraa isiin najisa”. Bukhaarii fii Muslimiituu gabaase.

14)وعن عائشة رضي الله تعالى عتها قالت:كان رسول الله صل الله عليه وسلم يغسل المني ثم يخرج إلى الصلاة في ذالك الثوب وأنا أنظر إلى أثر الغسل فيه.متفق عليه.ولمسلم((لقد كنت أفركه من ثوب رسول الله صل الله وسلم فركا فيصلي فيه.وفي لفظ له((لقد كنت أحكه يابسا بظفري من ثوبه)).

    Aa’ishaa irraa odeeyfamee (R.I.H.) nijatte: Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.) Maniyyii kan ifirraa miicee huccuma saniin gama salaataa bahu tahe”.Muslimiif nijira, huccuu ergamaa Rabbiirraa kaniin hohooquun tahe (N.R.I.H),sanumaan salata”.barreeffama isaatti; Dhugaa isaa goggogaa huccuu isaarraa qeensaan kaniin hooquun tahe.

وعن أبي السمح رضي الله عنه قال:قال رسول الله صل الله عليه وسلم:يُغسل من بول الجارية ويٌرش من بول الغلام)).أخرجه أبو داود والنسا ئي وصححه الحا كم.

       Abii samhi irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e: Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.) nije’e: “Fincaan daa’ima dhalaa kan dhiqu tahe, kan daa’ima dhiiraa irratti bisaan kan dhangalaasu tahe”. Abuu Daawuudii fii Nasa’ii, gabaase. Haakim sahiha godhe.

 وعن عائشة رضي الله عنها قالت:جاءت فاطمة بنت أبي حبيش إلى النبي صل الله عليه وسلم فقالت:يا رسول الله!إني امرأة أٌستحاض قلا أطهر أفأدع الصلاة؟قال:((لا  إنما ذالك عرق وليس بحيض فإذا اقبلت حيضتك فدعي الصلاة وإذا أدبرت فاغسلي عنك الدم ثم صلي)).متفق عليه.

    Aa’ishaa irraa odeeyfamee (R.I.H.) nijatte:”Faaximaa binti Abii Hubeeyshii Ergamaa Rabbii (N.R.I.H.) bira dhuftee nijetteen:Ani dubartii dhiigni irraa hin dhaabbanne (hin cinne) salaata niin dhiisa?  Nije’e “lakkii hin dhiisin, bar kun Heeydii (dhiida baatii) mitii dhiiga miidhaati, yaroo heeydiin tee sitti dhufte hin salaatin yaroo sirraa dhaabbate ifirraa dhiqii salaati” Bukhaarii fii Muslimiituu gabaase.

17) وعن علي رضي الله تعالي عنه قال: كنت رجلاً مذاء فأمرت المقداد أن يسأل النبي صل الله عليه وسلم فسأله فقال:فيه الوٌضوء. متفق عليه واللفظ للبخاري.

       Aliyyii ibnu abii xaalib irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e, Gurbaa mazyiin (mi’oon) irraa yaa’uun tahe:Miqdaad niin ergadhe akka gaafatuuf Ergamaa Rabbii (N.R.I.H.) nigaafatee, mazyiif numa wadd’atta (wissatta) je’een”. Bukhaarii fii Muslimiituu gabaase,barreeffamni kan Bukhaariiti.

18)وعن أبي طلق بن علي رضي الله قال:قال رجل:مسست ذكري ’اوقال :الرجل يمس ذكرة في الصلاة أعليه وضوء ؟ فقال النبي صلى الله عليه وسلم (لا إنما هو يضعة منك ) أخرجه الخمسه  وصححه ابن حبان  .

      Abii xalqi ibnu Aliyyii irraa odeeyfamee (R.I.H.) nije’e: gurbaan qolaan ifqabadhe,ykn gurbaan yoo salaata keessatti qola (zakara) ifqabate niwadda’ata moo akkami? Ergamaan Rabbii (N.R.I.H.) lakkii hin wadda’atuu inni  humna qaama keetiirraahi” je’een..hadissa kan Abii daawuud fii warren biroolleen gabaasanii jiran .

 


 

              Gorsa
  
Sh Amiin broo
   Sh Alii Mohammed(J)آ
   Sh Abdi Huseen
   Sh Abdurhmaan damota
    Sh Ahmed Tawhidaa
   
Sh Bashiir
    Sh Bushraa
  
Sh Abdu laxiif
  
Ustad Anaam Mahdii
  
Usatd Fu'aad (S.I)
  
 Sh Abdurahmaan (Ej.G)         

  

Akkaataa Ergamaan Rabbii Samii itti bahe

 

Sadarkaa Ji'a Sha'abaanaa

 

Akkamitti Soomana Soomana

 

Sadarkaa Soomanni qabu

 

Arraba ofii tiiffachuu

 

Simannaa Ramadaanaa

 

Maaliif if daganna.?

 

Gatiin Yaroon nama Islaamaa Qabdu

 

Dhukkuba qalbiitii fii dawaa isii

 

 

 

Barnoota Hajjii
Lakkoofsa 2
ffaa

 

Barnoota Hajjii Lakkoofsa 3ffaa

 

Sadarkaa Kurnan Zulhijaa qabu

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif
barbaachisaa
Kutaa 1 faa

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif barbaachisaa kutaa 3faa

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif barbaachisaa kutaa 5faa 

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif barbaachisaa kutaa 7faa 

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif hin barbaachifne Kutaa 2 faa

 

Gochaa fii jacha nama islaamaatiif hin barbaachifne kuta 4faa

 

Seenaa

   Seenaa Ergamaa Rabbi
   Seenaa Sahaabaa
   إSeenaa Taabi'ii
   Seenaa Ulama'aa Oromoo
        Seenaa Ulamaa Islaamaa 

haala yeroo