|  Ibaadaa
jachuun islaamummaa
keessatti
Ibaadaa jachuun islaamummaa keessatti : Gama tokkichummaa Rabbiitti deebi’uu, waan
hunda keessatti, akka inni kharaa
godhetti Rabbi jaalachuu fiii guddisuu
waliin, galata isarra barbaaduu waliin, adaba isaa sodachuu waliin, Akka
Rabbiin ja’etti “ je’ii : (yaa ergamaa
Rabbii) salaataan ani salaatu, waaniin
qalu hunda, jiruun tiyyaa fii duuti tiiyya
Rabbii addunyaa tanaatu harkaa qaba ” Qur’aana. kun hikkaa ibaadaa yaada walii
galaati, yaada khophaatiin ammoo
..Ibaadaa jachuun : ( Mallattoo diinaa
hunda kan akka Salaataa, Du’aa’ii,
Zakaa, Soomana, Hajjii, Qur’aana qara’uu, Zikrii goodhuu fii
kan kana
fakkaatan hunda )
 |